Godiina Qeellam Wallaggaa, Gidaamitti amantoonni Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa sagal osoo kadhatarra jiranuu fudhatamanii ajjeefamuu gaggeessitoonni waldattii BBC'tti himan. Taaten ...