Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Adoolessa 15 bara 1995tti Waashingitan DC irraa Afaan Oromootiin tamsa'u tokko jedhe eegale. Waggoota 29 darbaniif gama raadiyoo dambalii gabaabaa fi saatalayaatiidhaan ...
''Waraanni Bilisummaa Oromoo sududaan ammas kana duras hidhattoota Faannoo waliin mariin gaggeesse hin jiru'' jedhan Gorsaan Ajajaa Olaanaa ABO-WBO, Obbo Jireenyaa Guddataa. Tibbana miidiyaan 'Africa ...